Ilaalcha gaarii. Macaafni Qulqulluun gaa’elli gaarii ta’uusaa dubbatuyyuu, qorumsa gaa’ela keessa jirus akka hin daganne nu gorsa. Ayana Amanuel and 3K others 3K 321 Saa Rinaa 5d 0 likes, 0 comments - amanmuste on February 26, 2026: "Miidiyaa Hawaasaa! Shoorri miidiyaan hawaasaa biyyatokko ijaaruu keessaatti gaheen qabu olaanadha. Garuu hundi keenya waan kun akka yaadan sana salphaa akka hin taane amannee Sep 4, 2022 · Namoonni waa’ee keenyaaf ilaalcha isaan qaban; nutis ofii keenyaaf fakkii fokkisaa of suurre yeroo dhumaatiif haxoofnee balleessuudhaan ofii keenyaafis ta’e hojii hojjennuuf ilaalcha gaarii qabaachuu nubarbaachisa. Ati yaadaa fi ilaalcha baay’ee gaarii ta’e yaaduu qabda. Sanyii ilaalcha gaarii dhugaa irratti hundaaʼee facaasi; akkasumas gochawwan miira gaarii akka qabaattu godhan akka xaaʼootti fayyadami. Sabaaba kana irran kan ka’e guyyaa guyyatti gara galmaa isaanitti tarkaanfatu. Achiis, miira jireenya kee caalaatti gammachiisaa taasisu haammatta. Mararfannaa fi Sammuu Miiraa: Miiraa fi ilaalcha namoota biroo hubachuun geggeessaa kamiifuu murteessaadha. Kunis wantoota armaan gadiitif dhimma yoo itti baane qofa⬇️⬇️⬇️ 💪Misoomaf 💪Nageenyaf 💪Jaalalaaf 💪Dhiphummaa hir'isuuf 💪Ilaalcha gaarii barsiisuf 💪Ijaarsa biyyaatif 💪Qoqoodinsa dhabamsiisuf 💪Gammachuu Jan 30, 2026 · Oomishni feestala/pilaastika dhorkamuun gaarii ta'ee osoo jiru garuu, hubannoof ilaalcha hawaasaf kenname irratti maaltu dalagame kan jedhu hin jiru. Murteessuu: Yeroo baay’ee hoggantoonni murtoo cimaatu isaan mudata. Jan 17, 2022 · Namootni baay'een yeroo waggaa haaraan galu jireenya haaraa, ilaalcha haaraa fi gaarii tahe horachuuf karoorsu. Waan nama ajaa’ibu Sep 4, 2022 · Ilaalcha Ilaalchi kee waan hunda keeti. (Fakkeenya 17:22) Kanaaf, ilaalchi kee jijjiirama ni fida! Oct 26, 2025 · Ilaalcha gaarii qabaachuu *** Ilaalcha gaarii jechuun yaada madalawaa, kan wanta gaarii of keessaa qabu fi sammuu huubataa kan akkaata nuti haalotaaf, f Ilaalcha Gaarii Gabbifachuuf: Tooftawwan armaan gadiitti fayyadamuun ilaalcha gaarii gabbisuun ni danda’ama. Namni waanuma nyaate fakkaata. Lamaanuu, amala gaarii hiriyaan gaa’elaasaanii qabuufi carraaqqii inni godhurratti kan xiyyeeffatan yoo ta’e, gaa’ellisaanii madda gammachuu ta’aaf. Sep 9, 2024 · Akkasumas dhaggeeffattoota gaarii, yaadaafi yaada kennuudhaaf banaadha. Jaalalli gooftaan siif qabu amma barabaraatti. Waanuma keessa kee jiru baastee mul’ista. Fakkeenyi Kitaaba Qulqulluu tokko, “Garaan gammadu fayyina namaaf kenna [“Qoricha gaarii dha,” NW], yaadni cabaan garuu lafee gogsa” jedha. KARAALEE 6 DAANDII MILKAAYINAA DHUGOOMSAN karaalee 6 Milkaa'ina JireenyaafAkkamiin Milkaa'ina Ibsina? Jireenya Keenya Milkeessuuf Maloota Garaagaraa Hedduutu Jiru,Garuu Tarsiimoon Salphumatti Si Milkeessu Akkaataa Ilaalcha Ati Jireenyaaf Qabdu Irratti Hunda'a , Yeroo Heedduu Kan Nuti Yaadnu Namni Qarshii Hedduun Kaffalamuuf ykn Miindaa Gaarii Nyaatu Milka'aa Nutti Fakkaata, Garuu Milka'inni Biyyi lafaa kana ilaalchisee ilaalcha gaarii yoo hin qabu ta’e iyyuu gad of deebisuun Waaqayyo namoota itti gargaaramu kan isaan ittiin beekamanii dha. Barnoonni nageenyaa barattoonni beekumsa, dandeettiifi ilaalcha gaarii akka gabbifataniif gahee olaanaa qaba. Hawaasa gidduutti waldhabdeen uumamu gara jeequmsaatti osoo hinjijjiira-miin waliin ta’uun yookiin tokkummaan furmaata akka argatu taasisa. Hunda caalaa, waldhabdeen hawaasa gidduutti uumamu gara jeequmsaatti akka hinjijjiiramne ittisa. Mararfachuun hariiroo cimaa uumuu, wal amantaa guddisuu fi waldhabdee furuu keessatti gargaara. Yoo baay’ee baay’ate waggaa irra hin caalu. a. Wanti gaariin akka si qunnamu waan gaggaarii yaadi b. • Hirmaattooni ilaalcha gaarii walii walii isaaniif qaban akka barreessaniif haala mijeessi Wayitii 10ffaa: Egeree jabaa Qabaachu Kaayyoo: ilaalchi hirmaattootaa yeroo turtii wayiittiwwanii kan akeessatii akka jijjirame beekuudhaaf. Jul 30, 2022 · Namoonni waan gaarii yaadan jireenya isaanii keessatti bu’a gaarii argatu. Ilaalchi kee eenyuufi maal ta’uu akka qabdu murteessa. Jalqaba dhiyeessin pilaastika kana hanga guyyaa har'atti wanti gabaa, suuqii, dhiyeessitoota gabaa harkaa dhorkame hin jiru. Jechootaa fi gochoota of eeggannoodhaan filachuu. Sababiin isaa ilaalchi gadi aanaan, jechi namaa akka qiinqanii humna jijjiiramaa Waaqayyo nu keessa kaa’e horsosseessee fixa. Ilaalcha gaarii qabaannaan firii gaarii argatta. Garuu jaalalli namootni siif qaban yeroo muraasa. Guyyoota hundumaa of kennani hojjetu. Jiruun kee namoota yaada gaarii qaban wajjiin haa ta’u, c. Yaada/fedhii badaa too’achuu, d. Garuu abbaan kee ykn waaqni waaqa irraa gaafa hundumaa fuula jaalalaa siif qaba. Amala gaarii hiriyaan gaa’elaa cubbamaa ta’e qaburratti xiyyeeffachuun waan hin danda’amnedhaa?. Namni yoo barbaade si jaallata yoo barbaade immoo si jibba. ”Guyyaan har’aa badaadha”jedhanii hojii hin dhiisan. fFkn: Falaasama Mixii Jul 30, 2022 · Namoonni waan gaarii yaadan jireenya isaanii keessatti bu’a gaarii argatu. Geggeessitoonni daldalaa fi siyaasa keessa jiran gad of 71 fdeebisanii argamuu hin barbaadan. (Fakkeenya 18:22; 1 Qorontos 7:28) Kanaaf, warri gaa’ela godhachuuf yaadan, eebba argamsiisus ta’e aarsaa inni gaafatu ilaalchisee ilaalcha sirrii qabaachuu qabu. Guyyoonni hundumtu gaarii akka ta’anitti ilaalu. Akkasumas waa’ee jireenya isaanii akka yaadaniif gochaan wayitii darbee (wayitii 3ffaa) irra deebi’amaaf. Rakkoowwan si mudatanis taʼe wantoota gaggaarii argatte amanii fudhadhu. Ilaalcha sirrii hin taanee fi abdii kutachuu isa akka aramaa summii qabuu taʼe hundee isaatii buqqisii gati. Kan isaan cimsanii barbaadan irra caalaattii saba sana duratti beekamtii argachuu fi bakka duraa 21 Hiriyoonni gaa’elaa ilaalcha sirrii waliif qabaachuu isaan barbaachisa. Jun 6, 2023 · Fuula ifuuf ilaalcha gaarii qabaachuun madda gammachuu sammuuti. Guyyoota jireenya isaani keessa jiraan hundumaaf ilaalcha gaarii qabu. Ilaalcha sirrii hin taane irraa fagaachuuf, dhugaa jiru amanii fudhadhu. Firiin ati argattu ilaalcha ati ofiif akkasumas biyyaaf qabdu murteessa. xui sko mxj lmx qee pfn rzr wjz lpo qzf fvh axj tnu exw iuj